ከዝ በፊት እ-ስኩል ስልጠና ያልወሰደችው መ/ራን 26/07/2017 ዓ.ም ጠዋት 5:30 ስልጠና ስላለ ICT ክፍል እንድትገኙ በጥብቅ እናሳስባለን።
Barsiisonni kana dura leenjii E-school hin fudhannee 26/7/2017 ganama sa'aatii 5:30tti leenjiin waan jiruuf yeroo egdanii akka argamtan isin beeksisa.