አስቸኳይ ማስታወቂያ
ለከተማ ግብርና ቦታ ወስዳችሁ በመስራት ላይ የምትገኙ መምህራን ነገ ማለትም 23/11/2017 ዓ.ም 3:00 በቦታው እንድትገኙ እያሳሰበን ቦታ የሌላቸውም መጣችሁ እንድትወስዱ እናሳስባለን።
ማሳሰቢያ : በተባለው ሰዓት እና በቦታቸው የማትገኙ ከሆነ ቦታው ተወስዶ ለሌላው የምሰጥ ይሆናል።
Beeksisa ariifachiisaa
Barsiisonni Bakka qonna magaalaa fudhattanii hojjechuurratti kan argamtan bor jechuunis 23/11/2017 sa'aatii 3:00 irratti bakka keessanitti akka argamtan jechaa warri bakka hin argannes dhuftanii akka fudhattani isin beeksifna.
Hubachiisa: bakkaafi sa'aatii jedhametti kan hin argamne yoo ta'e bakki keessan fudhatamee nama biraaf kan kennamu ta'uu cimsinee isin beeksifna.