ዛሬ በእቅዳችን መሰረት basic computer skill ላይ ስልጠና መስጠት ጀምረናል። ሌሎችም የዚህ እድል ተጠቃሚ እንድትሆን እናሳስባለን። Har'a akkatuma karoora keenyaan basic computer skill irra leenjii kennuu jalqabneera. Kaanis Carraa kanatti fayyadamuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna.