Barsiisonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame qabxii barattoota gara system waan hin galchineef rakkoo uumamu hundaaf itti gaafatamummaa kan fudhattan ta'uu beektanii yeroo gabaabaa keessatti dhuftanii hin sirreessitan yoo ta'e manni barumsaa tarkaanfii barbaachisaa kan fudhatu ta'uu isin beeksifna.
1. Dastaa waaqasaa
2. Zewudituu Dirribii
3. Lalisee Bogaalaa
4. Loomii Getaachoo
5.sannaayit Dastaa
6.Habeebee Addisuu
Kana malees kunuunsitootni Clearance utuu hin xumuriin deemtan;
1. Alamii Shangoo
2. Kumashii Alamuu
3. Dirribee Akkumaa isinis kanaaf itti gaafatamummaa dhufu kan fudhattan ta'uu isin beeksifna.